2 Kings 4:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, atini ana maani sii tolchu feeta? Mana kanke keesa maani qabda? Isiini waan jetteeni, woma tokole inqabu, dulo d'ad'a toko male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i, «Maal akka sii godhu barbaadda? Waan mana kee keessa jiru natti himi» jedhee isii gaafate. Isiinillee, «Ani garbittiin tee dhadhaa ejersaa diqqoo ottee diqqoo keessa jirtu malee womaa hin qabu.» jettee deebifteef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i deebisee isi'iin, «Maan akka sii godhu barbaadda? Waan mana keeti keessaa qaddu natti himi» jedhe. Isiin deebittee, «Ani tajaajiltuun teeti zayitii ejersaa meshoo diqqoo takka malee womaa manaa hin qabu» jette.