2 Kings 4:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'iirsi waan jed'eeni, Atini maafi arra gara isa d'at'a lafti arra Sabatoniti yokhaani guyya jila baatitiniti. Isiini waan jetteeni, Womaniti, isuma argu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan manaa isi'ii, «Adha maaf deemta? Sambata yookaan hennaa ayyaanni jalqaba ji'aa itti kabajjamuu miti» isi'iin jedhe. Isiinillee, «Rakkoon hin jiru; waanuma ani siin jedhe godhi » jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan manaa isi'ii, «Adhi guyyaa baatii ji'aa yookiin guyyaa Sanbataatii motii? Maaf gara isaa dhaxxa?» jedhee gaafate. Isiin, «Rakkoon hin jirtu» jette.