2 Kings 4:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elishani kae, mana keesa deedeme, ammalle deebie akuma qara kaani gurba ira ch'iise. Jennaani gurbaani maro torba hat'ifate ila banate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i ka'e mana keessa asii fi achi deddeeme; ammallee deebi'ee harka ufii badhisee daa'ima irra gad ciise; daa'imni haga hennaa torbaa haxxifateen maayessa ija banate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i ol ka'ee kolloo keessa asii fi achi deemeen duuba, deebi'ee taqee yaabee mucaa irra irkate. Mucaalle yennaa torba haxxifatee, ila banate.