2 Kings 4:38 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara toko, ka lafti ch'ufti beela, Elishani Gilgaliti deebie. Ato inni gumi raagoota barsiisu jiru, inni waan hojattu isatini jed'e, okote guddo ibida ira d'aabi, worra kanaa sagale d'aabi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara biyya maraa keessatti beelli baay'ateeru Eelsaa'i gara Gelgela'aa deebi'ee dhufe; achitti uduu inni garee raattotaa barsiisa'aaru Giyaaziin, «Keree guddaa fuudhii ittoo hojjadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Elsaa'i gara Giilgalii deebi'e, lafa san keessa beelti jirtiiyyu; raagoti isa dura tee'aneeranuun, inni tajaajilaa ifiitiin, «Okkotee guddoo ibidda irra dhaabiitii, ittoo isaaniif huji» jedhe.