2 Kings 4:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagale taani raagootaa baasani, ammo akuma worri afaani keeyateeni worri iyye, waan Elishani jed'e, Ee nama Waaqa, sagaleeni tunini had'aa qabdi, dandeenna inyaannu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri raattotaa dhiyana isaanii dhiyaate san arrabaan tuqanii laalanii, «Ittoo kana keessa hadhaa nama ajjeesutu jira» jedhanii gara raatticha Rabbii Eelsaa'itti iyyatan; Dhiyana nyaachuu hin dandeenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti akka nyaatanuuf ittoo isaaniif baasane; akkuma isaan afaaniin qabaneen ammoo, «Ee nama Waaqaa, okkotee tana keessa waan nama ijjeesutti jira!» jedhaa Elsaa'itti iyyane; nyaatiisaafille hin dandeenne.