2 Kings 4:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani, mid'aani d'akhaani nati kenna jed'e, okote keesa buuse waan jed'e, Amma biyya gololcha. Jennaani sagaleeni sunini mid'aade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i daakuu naa fidaa jedhee keree keessa buusee, «Ittoo fuudha'aa buusa'aaf» jedhee ajaje; Hennaa san ittoo keessa wonti hadhaawu womtuu hin argamne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'i, «Bullaa diqqoo fida'a» jedhee gaafatee, okkote'etti naqee tajaajilaa ifiitiin, «Kolbaan nyaattuutii baasiifi» jedhe. Achiin duuba okkotee san keessatti wonni nama miidhu tokkolle hin dhagganne.