2 Kings 4:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi waan jed'eeni, Atini waan sagaleeni tunini nama d'ibba toko geetu seeta? Elishani waan jed'eeni, Worraa kenni, ha nyaataniti wonti akanatiifi AABBO Waaqi waan jed'u, sagale nyaatani quufani hambisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan isaa sun garuu, «Waan hagattii tanaa atta godhee nama dhibbaatii kenna?» jedhe. Inni, «Rabbi nyaatanii quufanii akka hambaa hambisan natti dubbateeraa isaanii kenni» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajilaan isaa ammoo, «Ani attamiin kana nama dhibbaaf dhikeessuu dande'aa?» jedhee gaafate. Elsaa'i ammoo deebisee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Kolbaan nyaattee quuttee irraa hin hafa› waan jedheef, nyaatanuu ti kenniif!» jedheen.