2 Kings 4:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi hojattuuni kaani sagale worraa kenne, worri nyaate quufe hambise, akuma AABBO Waaqi jed'e kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hojjataan isaa sun dhiyana isaanii dhiyeesse; akkuma Rabbi isatti dubbatetti martinuu nyaatanii haga quufaniin maayessa dhiyanni isaan irraa hafe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tajaajilaan isaa sagalee isaaniif dhikeesse; akkuma Mootiin Waan Maraa jedhe, isaan sagalee nyaatanee quufanee irraa hatte.