2 Kings 4:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini d'at'e, waan tahe raaga Elishati himte, inni waan jed'eeni, D'ad'a suni gurguri, gati taani ufi iraa baasi waan iraa hafe siifi ilmaani tante nyaad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin deebitee gara Eelsaa'ii dhaxxee isatti himte; inni, «Dhadhaa ejersaa gurgurii liqaa namichaa maraa kaffali; ka hafe garuu atii fi ijoolleen tee nyaadhaa'a.» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin dhaxxee nama Waaqaa Elsaa'itti hinte; innille, «Dhaqiitii, zayitii san gurguriitii liqaa keeti kaffaladhu; waan hafeen atii fi ilmaan teeti ittiin le'uu dandeettan» jedheen.