2 Kings 4:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko Elishani Shunemu d'aqe, fulla niitiini dureetiini toko teetu. Jennaani isiini sagale kenniteefi, duuba inni haga guyya suniti asi yo Shunemu d'aqu ch'ufa mana isiiti gore sagale, iraa nyaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf tokko Eelsaa'i gara qachaa Suunaamii ta dubartiin dureettiin takka keessa jiraattuu dhaqe; isiin akka inni dhiyana nyaatu isa affeerte; inni gaafas irraa jalqabee hennaa gara qachaa Suunaamii dhaqu maraa mana isi'iititti waa nyaata ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko Elsaa'i gara qachaa Shuneemii dhaqe; dubartiin dureettiin takka achi jirtiiyyu. Isiin akka inni sagalee nyaatu kadhatte; maarre inni yennaa karaa san dabaru mara sagalee nyaatiisaaf achi goraayyu.