2 Kings 4:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan d'iirsa ufitini jette, Anini ya arge, namichi guyya ch'ufa arma bahu kunini nama Waaqati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin abbaa worraa ufiitiin, «Namni hennaa maraa mana keenna dhufu kun nama Woyyuu Rabbii akka ta'e ani hin beeka;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin abbaa manaa ifiitiin, «Namichi yennaa mara karaa mana keennaa dabaru kun, woyyicha nama Waaqaa akka te'e ani hin beeka.