2 Kings 5:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galaani Abanatifi Faparini, ka lafa Damaski, galaana Israeli ch'ufa ira injiru? Anini suni d'aqe qulqullo intahu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eega ka bisaaniin fayyu ta'e lanni Damaasqo'oo Abaana'aa fi Faarfaan bisaan worra Israa'elii maraa hin caaluu? isaan keessatti dhiqadhee silaa qulqullaawuu hin danda'uu!» jedhee lola'aa uf irra gara galee deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lagi Damaasqo'oo Abaanaa fi Farphar, bisaan laga Israa'elii mara caalaa motii? Ani silaa isaan keessatti dhiqadhee hin qulqulloomuuyyu?» jedhee deebi'ee deeme.