2 Kings 5:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojattuuni isaa gara isa d'at'e waan jetteeni, Aabbo, ato sila raagi waan jabdu tolchi sini jed'e inuma tolchita. Atini amma maafi dubbi isaa didde, nafa diqate infayyine?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattoonni isaa isatti dhiyaatanii, «Gooftaa keenna; uduu raattichi akka ati waan jabaa gootu si ajajee jiraatee silaa hin raawwatta; eeganaa akkuma raattichi si ajajetti dhiqattee dhibee irraa fayyuu maaltu si dhoogga?» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti Na'amaanii gara isaa dhikaattee, «Abba'a, raagichi waan guddoo takka akka ati gootuuf adoo sitti himee jiraatee hin gootaayyuu motii? Amma ‹Dhiqadhuutii qulqullowi› yoo si'iin jedhe maanti si rakkise?» jedhane.