2 Kings 5:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo anini hayyu kiyya gula deeme mana Rimoni waaqa lafa Shamu kad'ad'u AABBO Waaqi ha naa araaramu, Waaqi naa araaramina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu mootii biyya kiyyaa woliin gara waaqa tolfamaan Sooriya'aa itti waaqeffamu seenee uduu waaqeffadhelle'ee Rabbi akka naa araaramu abdii godha; innillee naa dhiisa!»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre goottaan kiyya waaqonfatiisaaf gara galma Rimoonii waaqa Sooriya'aa yennaa seenu, harka kiyyatti ciqilfatee waan sagaduuf, anille galma Rimoonii san keessatti yoo gad jedhe, Mootiin Waan Maraa marroo waan kanaatiif, ana tajaajilaa keetiif araaramuu ti» jedhe.