2 Kings 5:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Gehazini, hojattuuni Elisha, waan ufiini jed'e, Badi Abbaani kiyya yayu namicha Naamani jed'ani kana ka woma iraa infud'atini gad'iise! Inni sila waan namichi Shamu suni isaa kenne iraa fud'achu male. Waaqi na ijeesinna, yo anini hordofe waan suni ira inguuratini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan nama Rabbii Giyaaz «Gooftaan kiyya Ni'iimaanii nama Sooriya'aatii hin dhiiseef; waan inni isaa fide keessaa womaa hin fudhanne; maqaa Rabbii jiraata'aatiin kakadhee isa faanaa fiigee waa harkaa fudhadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
tajaajilaan Elsaa'ii nama Waaqaa, Gehaaz, «Goottaan kiyya waan Na'amaaniin nami Sooriya'aa fide fudhatuu didee akkasumaan gad lakkise. Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, ani isa gula rukkisee woy isa irraa fudhadha» jedhee yaadate.