2 Kings 5:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni kae Naamani hordofe. Naamani nama isa gula utaalu arge jennaani, gaari iraa bue, fuula keesa deebie waan jed'eeni, Isi abbo, maani? Lafti naguma?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Giyaaz Ni'iimaaniin hordofe; Ni'iimaan akka inni isa faanaa fiiga'aaru arginaan isaan wol argu'uuf gaarii fardaa irraa bu'ee «Maal nagayaa?» jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Gehaaz ka'ee Na'amaan gula rukkise; Na'amaan inni gara isaa rukkisuun yennaa dhagge, isa qophatiisaaf garreettaa fardaa ifii irraa bu'ee, «Nageyaayyuu?» jedhee gaafate.