2 Kings 5:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gaara Elishani gubaati galu kaani gahe, jennaani Gehazini subba lamaani suni worra iraa fuud'e manati galfate, hojattu Naamani taani ufiraa galche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan hennaa gaara Eelsaa'i irra jiraatu gayan Giyaaz qalqala lamaa harkaa fuudhee haga mana seensiseen maayessa hojjattoota Ni'iimaanii geegesse; isaanillee ka'anii biraa deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kooba Elsaa'i le'u yennaa geyane, Gehaaz meya ba'atane tajaajiltoota irraa fuudhee, mana keessa keye. Achiin duuba tajaajiltoota Na'amaanii gad lakkise; isaanille deemane.