2 Kings 5:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni manati deebie jennaani Elishani, atini eesaa d'ufte? jed'e gaafate. Inni waan jed'eeni, Aabbo, anini garuyu ingalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Giyaaz mana seenee gooftaa ufii afoo dhaabannaan gooftaan isaa Eelsaa'illee, «Haga ammaa eessa turte?» jedhee gaafate. Innillee, «Ani garbichi kee eessallee hin deemne» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gehaaz gara manaa seenee, goottaa ifii Elsaa'i dura dhaabbate. Elsaa'ille, «Gehaaz! Haga ammaa eessa jirta?» jedhee isa gaafate. Innille deebisee, «Goottaa kiyya, ani tajaajilaan keeti eessalle hin dhandhe» jedhe.