2 Kings 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko isiini waan niiti Naamanitini jette, Sila, ato tiyya, abbaani kiyya raaga Samaria tau d'aqa aka inni isa fayyisu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin haadha manaa gooftaa ufii ta Ni'iimaaniitiin, «Gooftaan kiyya uduu raatticha Samaariyaa jiru bira dhaqee silaa dhibee kana hin fayya!» isi'iin jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko isiin giittii ifiitiin, «Goottaan kiyya gara raagicha Samaariyaa jiruu adoo dhaqee, inni dhukkuba kana irraa isa fayyisuu hin dande'a» jette.