2 Kings 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Naamanini dubbi tana d'agaye jennaani, gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Intalti worra Israeliti d'ufte taani akana nani jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ni'iimaan haga waan kana dhagaye waan mucattiin durbaa sun jette maraa isatti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Na'amaan waan kana yennaa dhage'e, gara mootichaa dhaqee waan intalti biyya Israa'eliitii dhutte jette san itti hime.