2 Kings 5:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tatabe inni deemuni taani waan kana keesati t'aafani. Nami tatabe tanani deemu Naamani, gudda askarti tiyya. Anini sii isa d'ukuba fayyiftu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xalayaan inni qabatee deeme kun, «Waan garbicha kiyya Ni'iimaanii ajajaa loltootaa ka ibsu waan ta'eef, dhibee gogaa kukkutu kana irraa akka fayyiftu barbaadaa» ka jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Xalayaan inni gara mootii Israa'elii fuudhee deeme sun, «Tajaajilaa kiyya Na'amaan dhukkuba goga'aa farrisiisaa irraa akka fayyittuuf xalayaa kana itti kennee gara keeti ergeera» ka jedhu.