2 Kings 5:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan hayyuuni tahe d'agaye jennaani, qonqo gara isaa erge waan jed'eeni, Atini maanifi akana laalefate woya tante tarsaafta? Namicha gara kiyya ergi, ha aka raagi Israeli keesa jiru, naraa baratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii Eelsaa'i mootiin Israa'elii akka uffata ufii tarsaase haga dhagaye «Uffata kee maaf tarsaafte? Inni gara kiyya haa dhufuu akka Israa'eliin keessa raanni jiru itti mudhisaa» jedhee mooticha Israa'eliititti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqaa Elsaa'i, akka mootiin Israa'elii gaddee woyaa ifii tarsaase yennaa dhage'e, «Maaf woyaa teeti tarsaatte? Israa'el keessa raagaan akka jiru akka inni beeku, namicha gara kiyya ergi» jedhee itti dhaame.