2 Kings 5:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Naamanini fardooleefi gaari isatini d'ufe balbala mana Elisha dura ejate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu Ni'iimaan fardaa fi gaarii fardaatiin dhufee balbala gara mana Eelsaa'ii seensisu afoo dhaabate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Na'amaan fardo'oo fi garreettota ifii ka fardo'oon harkifamu irra te'ee dhaqee, balbala mana Elsaa'ii duratti dhaabbate.