2 Kings 6:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani hayyuuni Israeli worra isaa ka fulla suni tau qonqo iti erge, worri beekate, nyaapa ufiraa eege. Wonti kunini maro heddu taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaaf mootiin Israa'elii loltoota achi jiraatan akka uf eeggatan waan taasiseef jabaatanii uf eega'aa turan; wonti akkanaa kun hennaa baay'eef deddeebi'ee raawwatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Israa'elii addee nami Waaqaa Elsaa'i isa ifi eeggachiise san nama itti ergee qorqore; nami Waaqaa Elsaa'i yennaa hedduu isa ifi eeggachiisee, mootichille achi irraa ifi eeggate.