2 Kings 6:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyuuni Shamu guddo iraa laalefate garaa hammate; inni worra gugurda askarti isa wolti yaame waan jed'eeni, Isani keesa eenuti gama hayyu Israeli jira?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanaaf mootiin Sooriya'aa guddisee gaddee loltoota ufii waamee «Yoo nu keessaa namni mootii Israa'elii woliin wolitti shariike jiraate natti hin himtanii?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sooriya'aa waan kana guddoo aaree, qondaaltota ifii waamee, «Nu keessaa mootii Israa'eliitiif ka dooyu, eennu akka te'e natti hin hintanuu?» jedhee gaafate.