2 Kings 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nami toko waan jed'eeni, nu nami waan kana isati himu injiru, ee hayyicha, raaga Elishati waan atini dinqa keesati dubbatu hayyu Israeliti hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoota isaa keessaa namni tokko «Akkasii miti; waan ati golatti dhossa'aan dubbattu raattichi biyya Israa'elii Eelsaa'i mootii Israa'eliititti hima» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltota isaa keessaa tokkochi, «Ee, goottaa kiyya mooti'i! Waan dhossa'aa ta ati kolloo taqee teetii keessatti dubbattu mara, mootii Israa'eliititti ka himu raagicha Elsaa'i malee, nu keessaa ka himu eennulle hin jiru» jedhee deebise.