2 Kings 6:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyichi waan jed'e, Beena, fulla inni jiru hubad'a, duuba anini nama isa qabu iti erga. Duuba worri d'ufe waan jed'eeni, Elishani dira Dothani jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Ani nama itti ergee isa qabsiisaa; hulee inni jiru soqaa'a» isaaniin jedhe; hennaa san raattichi Eelsaa'i Dootayiniin keessa akka jiru isatti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sooriya'aa, «Akka ani namoota itti ergee isa qabu, dhaqa'aatii addee inni jiru barbaada'a» isaaniin jedhe. Isaan, «Inni qachaa Dootaanii keessa jira» jedhanee mootichatti himane.