2 Kings 6:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya ganama hojattuuni Elisha lafaa kae manaa bahe jennaani askarti Shamu ta fardaafi gaari worraatini dira marsitu arge, inni Elishati deebie, Aabbo, ya banne, maani taana? jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa hojjataan nama Rabbii ganamaan ka'ee bawu ka loltoonni faradoon worri gaarii fardaa yaabbatanii lolan ka qachattii marsaniiran argee gooftaa ufiitiin «Bannee gooftaa kiyya! maal nuu woyya?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa barii ganama tajaajilaan nama Waaqaa Elsaa'ii ka'ee yennaa gad baye, loltooti fardo'ootii fi garreettaa fardaan harkifamuu qachaa marsiteertuun dhaggee, nama Waaqaa Elsaa'i'iin, «Hoola! Goottaa kiyya! Maan goonu nuu woyya?» jedhee gaafate.