2 Kings 6:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani waan jed'eeni, Insodaatini, nama gama keennati ka worraa ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i garuu, «Worri nu woliin jiru worra isaan woliin jiran caalaa hin sodaatin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Hin sodaatin; worra isaan woliin jiru caalaa worra nu woliin jirutti caala» jedheen.