2 Kings 6:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Shamu kaani dira suni had'e jennaani Elishani Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO ila worra kana duduchi, AABBO Waaqi kad'acha isaa d'agaye, ila worra duduche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa worri Sooriya'aa gara isaa dhufan Eelsaa'i «Banii kana akka ija isaanii jaamsitu si kadhadha» jedhee Rabbiin kadhate. Rabbillee kadhaa Eelsaa'ii dhagayee ija isaanii jaamse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Sooriya'aa gara Elsaa'ii gad yennaa dhufane, inni, «Kolbaa tana ila isaanii jaamsi» jedhee gara Mootii Waan Maraa daadimate. Akkuma Elsaa'i gaafate Mootiin Waan Maraa ila isaanii jaamse.