2 Kings 6:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elishani gara worra d'aqe waan jed'eeni, Isani ya karaa baddani, dira isani barbaaddani kananiti. Na gula yaa, nama isani barbaaddaniti isani geesa, duuba kae worra lafa Samariati geese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eelsaa'i isaaniin, «Karaan kanaa miti; qachattiinillee tanaa miti; nama isin barbaaddan isinitti mudhisaa isin masakkaa koottaa» jedhee gara Samaariya'aa isaan fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Elsaa'i isaaniin, «Karaalle, qachaalle kanaa moti; na gula kowa'a; ani gara nama isin barbaaddanuu isin hin geessa» jedhee gara qachaa Samaariya'aa isaan geesse.