2 Kings 6:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ga nu d'iisi galaana Yordani d'anne mukha manani jaarani, ch'irre achiti jaarranna. Elishani, Hayye, beena jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gara laga Yoordaanosii dhandhee utubaa ijaarruun murree hulee keessa jiraannu haa ijaarruu!» jedhaniin. Innillee, «Maarre deemaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara laga Yordaanosii dhandhee, muka murannee, mana keessa leenu akka ijaarannu nuuf eeyyam» jedhane. Elsaa'ille, «Dhaqa'a» isaaniin jedhe.