2 Kings 6:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni Israeli nyaapa suni arge jennaani waan Elishani jed'e, Aabbo, worra kana infit'a?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin Israa'elii worra Sooriya'aa hennaa arge Eelsaa'iin «Abbaa kiyya! isaan fixuu? isaan fixuu?» jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Israa'elii yennaa isaan dhagge, «Abbaa kiyya! Isaan ijjeesuu? Isaan ijjeesuu?» jedhee Elsaa'i gaafate.