2 Kings 6:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Hiyo infit'ini nyaapa boojianile infit'ani. Golochi, gara hayyu isaani galchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'i isaan hin ajjeesin; kanniin dhiisiitii worra woraanaan loltee boojiteeyyuu ajjeesuu si hin barbaachisu; ati waan nyaatanii fi waan dhugan isaanii kenni; nyaatanii dhuganii gara biyya ufii haa deemanii» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Waawwo'o! Loltoota shallaaga'aa fi guubee teetiin boojite hin ijjeettaa? Akka isaan nyaatanuu fi unanu sagale'ee fi bisaan kenniif; achiin duuba gara mootii ifii deebi'anuu ti» jedheen.