2 Kings 6:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Yo AABBO Waaqi si qarqaaru dide, anini eesa dandae si qarqaara? Anini dargaye yokhaani zabibu inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni garuu isi'iin «Ka Rabbi si hin gargaarre ani attamitti si gargaaruu danda'a? oobdii kiyya irraa moo hulee cuunfaa woyini'ii kiyya irraa waan si gargaaru sitti fakkaata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Mootiin Waan Maraa yoo si hin qarqaarin, ani attamiin si qarqaaruu dande'a ree? Eeddummee tiyya irraa moo? Addee cunfaa woyni'ii tiyya irraa?» jedheen.