2 Kings 6:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi dubbi niiti suni d'agaye jennaani woya ufi tarsaase nami d'aatu isaa jiru ch'ufti aka inni ch'arqi woya isaa jalati keeyatu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi waan dubartittiin sun itti himte haga dhagaye uffata ufii tarsaasee dallawa keessa naannaya'aa ture; uffata ufii garaa jalaan uffata gaddaa ka uffateeru argan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi tana yennaa dhage'e, gaddee woyaa ifii tarsaase; adoo inni dalleya dhaka'aa irra ideemaa dabariisatti jiruu, inni woyaa gaddaa nafa ifiititti aanfatee uffateeruun kolbaan isa dhaggite.