2 Kings 6:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni waan jed'e, Waaqi na ijeesinna, yo anini arra mata Elisha iraa kutu baad'e!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi laagaa ufii ol qabatee, «Adha uduu aduun hin dhiine mataan Eelsaa'ii ilma Saafaaxii uduu hin muramne yoo bule Rabbi na haa ajjeesu» jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille qoonqoo ol qabatee, «Adha mataan Elsaa'ii ilma Shaafaaxii yoo isa irraa hin muramin, Waaqi na ijjeesuu ti!» jedhe.