2 Kings 6:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni dubbi suni afaani qabu, Hayyichi d'ufe waan jed'e, Nami gaargala kana nutiini d'ufe AABBO Waaqa, anini maafi amma tana isa eega?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu inni kana dubbatee hin raawwanne namni ergamee dhufe sun Eelsaa'iin bira geennaan mootichi «Rakkoo kana maraa ka nutti fide Rabbi; kana caalaa badiin inni nutti fidu ka biraa maal eega?» Jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo inni isaan woliin dubbatiisatti jiruu, ergamaan sun gara isaa dhufe. Mootichille, «Balaan kun Mootii Waan Maraa biraa dhufe; haganaa achi ani maan isa irraa eegadha ree?» jedhe.