2 Kings 6:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato nami toko mukha muru jiru, d'agaraani isaa sukka keesaa bahe bisaani keesa bue. Inni waan Elishani jed'e, Aabbo, anini amma maani taha? D'agaraani kunini ka biyyaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa namni tokko uduu utubaa muru qottoon inni utuba'aan mura'aaru buqqaatee bisaanitti jalaa bannaan, «Bade gooftaa kiyya! qottoon tun qottoo ergisaati!» jedhee iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa tokkochi adoo muka muruu, agaraan buqqa'ee bisaan keessa bu'e. Inni iyyee, «Hoola! Goottaa kiyya agaraan ka ergisa'aa ti» jedhe.