2 Kings 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa toko ka worri Shamutifi ka Israeli woli had'u hayyuuni Shamu worra askarti isaati mata wolti yaame, eegi mala woliini d'aatani, inni fulla worri qubatu fohate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin biyya Sooriya'aa worra Israa'eliitiin wol lola'aa ture; ajajaa loltoota ufii woliin mari'atee «dhokannee asitti quphanna» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Sooriya'aa Israa'el woliin loliisatti adoo jiruu, qondaaltota ifii woliin mari'atee, «Ani quttuma kiyya addee akkasiitii fi akkasiititti godhadha» jedhe.