2 Kings 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Elishani qonqo gara hayyu Israeli erge waan jed'eeni, Fulla suni iti ind'iaatini, wonti akanatiifi worri Shamu artiti sii eegachu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbii Eelsaa'i «Worri Sooriya'aa dhokatanii asitti quphataniiranii karaa kanaan hin lufin» jedhee gara mootii Israa'elii dhaamsa erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Waaqaa Elsaa'i ammoo, «Worri Sooriya'aa achitti gad bu'iisatti waan jiranuuf, karaa san akka hin dabarre» jedhee mooticha Israa'eliititti erge.