2 Kings 7:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri achi kae, dira Samariati dachae, askarti balbala dira suni eeduuni waan jed'e, Nu fulla duuli Shamu jiru d'anne, nama tokole achi d'amne; fardooleefi harreelele mukha ira inhiinne, waaroleeni akuma worri biraa yae jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa dhufanii «Gara qe'ee worra Sooriya'aa yoo dhandhu farado'oo fi harriin hidhamteertu, daaseenillee ka dhaabateeru argine; garuu laagaan nama tokkoollee achi keessatti hin dhagayamu» jedhanii nama balbala qachatti'ii eegutti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan dhaqanee, eeddota karra qacha'aa waamanee, «Gara addee quttuma worra Sooriya'aa dhandhee, fardo'oo fi harree hidhamane malee, nami tokkolle hin jiru; qoonqoo nama tokkoolle hin dhageenne; dunkaanoti isaaniille akkuma jirtutti jirti» jedhanee himane.