2 Kings 7:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni isaa toko waan jed'e, Nami dira kana keesa jiru ufuftu ya bade, akuma nama dueti. Duuba namafi fardoole shani ta hafte ergine, waan nyaapi sunini keesa jiru hubanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajajaa loltootaa keessaa namni tokko mootichaan deebisee «Baniin qachaa kana keessatti hafan akka namoota tanaan dura du'a irraa hafan sanniinii miti; kanaafuu waan ta'e beekuu akka dandeennu namoota hagoo filannee faradoo du'a irraa hafan shanan woliin haa erginuu» jedhee yaada dhiyeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltota isaa keessaa tokkochi, «Kolbaan as keessatti hattelle, akkuma kolbaa Israa'elii ta tanaan qara dhumattee te'iis isaanii waan hin oolleef, namooti gariin fardoo asitti hatte shan fudhatanee dhaqanee waan te'e akka hubatanuuf, erginee ilaalla» jedhe.