2 Kings 7:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nama fohatani, hayyuuni worra fohatani suni gaari lamaani erge, waan jed'eeni, Beena waan worri Shamu keesa jiru laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gaarii fardaa lamaan faradoo woliin fuunaan mootichi isaaniin deema'aatii isaan laalaa'a jedhee loltoota Sooriya'aa duubaan isaan erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan garreettaa fardaan harkifamu lama fardoo woliin filane; mootichille namoota san loltoota Sooriya'aa gula ergee, «Dhaqa'aatii, waan te'e ilaala'a» jedhee ajaje.