2 Kings 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri haga galaana Yordani yae, kara suni ch'ufa keesati woyaafi miha worra Shamu ka ato worri baqatu iraa jige argani. Duuba deebiani waan ch'ufa hayyuuti himani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee isaan faana haga laga Yoordaanosii deemanii uffataa fi meeshaa worri Sooriya'aa hennaa dheessan karaa irratti gatan maraa argan; worri ergaman sunniin deebi'anii mootichatti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaanille haga laga Yordaanosii loltoota Sooriya'aa gula deemanee, loltooti Sooriya'aa ariiti'iin yennaa baqatanu woya'aa fi meya karaa mara irratti gatane dhaggane. Maarre worri ergame sun deebi'ee mootichatti hime.