2 Kings 7:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuni Israeli namicha isani deemu kaani gudda worra balbala dira eegu tolche. Biyyiti namicha suni ira ejaanjatte ijeefte, akuma Elishani gaafa hayyuuni isa argu d'ufe kaani fage.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi ajajaa loltootaa ka isa gargaaru akka inni balbala eegu taasiseen; baniin garuu isa irra deeme; mootichi hennaa gara isaa dhaqu akkuma garbichi Rabbii dubbate inni ka du'eeru arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tana mootichi Israa'elii, qondaalticha mootichi itti ciqilfatu, itti gaafatamaa seensuma karra qacha'aa waan godheeruuf, kolbaan isa irra sirbitee, akkuma nami Waaqaa Elsaa'i yennaa mootichi gara mana isaa dhufe raage, innille du'e.