2 Kings 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Elishani qara waan hayyuuni jed'e, Bori hojja tana dargaye kilo sadi yokhaani garbu kilo jaa balbala Samariati qarsi tokooni gurgurani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Rabbiillee mootichaan, «Boru qachaa Samaariya'aatitti qamadiin mishaan iifii sadihii, yookaan garbuun iifii jahaa saqilii tokkoon bitama» jedhee isatti himee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nami Waaqaa Elsaa'i mootichaan, «Boru yennaa tana karra Samaariya'aa duratti bullaan qamadi'ii dansaan kiiloon sad yookiin bullaan garbu'uu kiiloon jaa meetii gara giraama kudhanii lamaatitti hin gurguraman» jedhe muummotte.