2 Kings 7:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hayyuuni deemu waan Elishani jed'e, Dubbini sunini intaatu, ato AABBO Waaqi amuma tana bokaya buusele! Elishani waan jed'eeni, Atini waan suni iluma teetiini garta, ammo woma insooratu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma inni kana dubbateen namichi mooticha gargaaru deebisee Eelsaa'ii nama Rabbiitiin «Uduu Rabbi foddaa Sami'ii banee midhaan akka roobaatitti gad roobsee kun sirima ta'uu hin danda'u!» jedhee shakki'iin dubbate; ati garuu hennaa Rabbi waan kana godhu ijaan argita malee midhaan kana afaaniin hin qabdu.» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qondaaltichi mootichi itti ciqilfatu, nama Waaqaa Elsaa'iin, «Mootiin Waan Maraa foddaa ol gubba'aa yoo banelle, tun te'uu hin dandeettii ree?» jedhe. Elsaa'i deebisee, «Ati tana ila teetiin hin dhaggita; ammoo tokkolle afaaniin hin qaddu!» jedhe.