2 Kings 7:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba wonti inni tahe tana, fullo dirati biyyiti ira ejaanjatte ijeefte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaan hojjataan dallawa qachaa Samaariya'aa eegu baniin irra deemee du'eef akka raanni sun isa irratti raawwatamuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti seensuma karra qacha'aa keessatti isa irra sirbanee inni waan du'eef, wonni isa irratti raagame dhugumaan teete.