2 Kings 7:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nami afuri ka d'ukuba hama aka qomaat'a qabu, balbala dira Samaria alaani tataa. Worri waan woliini jed'e, Nu maanifi haga doonuti arma teteenna?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balbala seensa qachatti'ii afoo namoota afurii ka dhibee gogaa kukkutuun qabamantu ture; isaan «Nu haga duunutti maaf as teenna?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Karra qachaa Samaariya'aa dura, namooti afur ka dhukkuba goga'aa farrisiisa'aan qabamaneeranu jiraniiyyu; isaan, «Maaf haga duunu as teenna?